- 
	                        
            
            Keessa Deebii 15:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Waaqni kee Yihowaan hojii kee fi wanta raawwattu hundumaatti kan si eebbisu sababa kanaan waan taʼeef,+ ati arjummaadhaan isaaf kenni+ malee, garaa duuba isaaf hin kennin. 11 Sababiin isaas, hiyyeeyyiin yeroo hundumaa biyyattii keessa ni jiraatu.+ ‘Obboleessa kee isa rakkataa fi isa hiyyeessa biyya kee keessatti argamuuf arjummaadhaan harka kee bani’ jedhee kanan si ajaju kanaafi.+
 
 -