LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 15:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Magaalota kee warra biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennutti argaman keessaa isa tokko keessatti obboloota kee keessaa inni tokko si gidduutti hiyyeessa yoo taʼe, obboleessa kee isa hiyyeessa taʼe sanatti garaa hin jabaatin yookiin harka kee isaaf diriirsuu irraa duubatti hin jedhin.+ 8 Kanaa mannaa, arjummaadhaan harka kee isaaf bani;+ hamma dandaʼametti wanta isa barbaachisu yookiin wanta isatti hirʼate isaaf liqeessi.*

  • Faarfannaa 37:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,

      Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+

      Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+

      26 Inni yeroo hundumaa fedhiidhaan liqeessa,+

      Ijoolleen isaas eebba argatu.

  • Ibroota 13:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kana malees, wanta gaarii gochuu fi waan qabdan warra kaaniif hiruu hin dagatinaa;+ Waaqayyo aarsaawwan akkasiitti baayʼee gammada.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi