LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 31:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Hiyyeessota wanta isaan fedhan dhowwadheera yoon taʼe+

      Yookiin ijji dubartii abbaan manaa irraa duʼee akka gaddu* godheera yoon taʼe,+

  • Iyyoob 31:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Harki* koo gateettii koo irraa haa buqqaʼu,

      Ciqilee koo irrattis* haa cabu.

  • Fakkeenya 3:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Gargaaruuf humna yoo qabaatte,*

      Warra isaan barbaachisuuf wanta gaarii hin dhowwatin.+

      28 Ammuma kennuu kan dandeessu yoo taʼe,

      “Amma deemi, booda deebiʼii kottu! Boru siifan kenna!” namaan hin jedhin.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi