LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 10:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Inni mucaa abbaa* hin qabnee fi dubartii abbaan manaa irraa duʼeef haqaan ni murteessa;+ nama biyya ormaa ni jaallata;+ nyaataa fi uffatas isaaf ni kenna.

  • Fakkeenya 28:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Namni hiyyeessaaf kennu kam iyyuu homtuu itti hin hirʼatu,+

      Namni isa ilaaluu didee ija isaa dunuunfatu garuu abaarsa hedduutu irra gaʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi