Faarfannaa 68:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Waaqni inni iddoo jireenyaa isaa isa qulqulluu keessa jiru,+Ijoollee abbaa hin qabneef abbaa dha, dubartoota abbaan manaa irraa duʼeefis eegumsa godha.*+ Yaaqoob 1:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Akka ilaalcha Waaqaa fi Abbaa keenyaatti waaqeffannaan* qulqulluunii fi xurii hin qabne, ijoollee warra hin qabnee+ fi dubartoota abbootiin manaa irraa duʼan+ rakkina isaanii irratti gargaaruu,+ akkasumas xurii addunyaa irraa of eeguu dha.+
5 Waaqni inni iddoo jireenyaa isaa isa qulqulluu keessa jiru,+Ijoollee abbaa hin qabneef abbaa dha, dubartoota abbaan manaa irraa duʼeefis eegumsa godha.*+
27 Akka ilaalcha Waaqaa fi Abbaa keenyaatti waaqeffannaan* qulqulluunii fi xurii hin qabne, ijoollee warra hin qabnee+ fi dubartoota abbootiin manaa irraa duʼan+ rakkina isaanii irratti gargaaruu,+ akkasumas xurii addunyaa irraa of eeguu dha.+