Isaayyaas 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Wanta gaarii raawwachuu baradhaa, haqa barbaadaa,+Isa nama cunqursu sirreessaa,Mirga mucaa abbaa hin qabneetiif* falmaa,Dubartii abbaan manaa irraa duʼeefis falmaa.”+ 1 Ximotewos 5:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Dubartoota abbaan manaa irraa duʼee fi dhuguma gargaarsi isaan barbaachisuuf yaadi.*+
17 Wanta gaarii raawwachuu baradhaa, haqa barbaadaa,+Isa nama cunqursu sirreessaa,Mirga mucaa abbaa hin qabneetiif* falmaa,Dubartii abbaan manaa irraa duʼeefis falmaa.”+