LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 5:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Akkuma amma bukoo raacitii hin qabne taatan kana, bukoo haaraa akka taataniif raacitii moofaa of gidduudhaa baasaa. Sababiin isaas, hoolaan Faasikaa keenya Kiristoos+ aarsaa+ taʼeera.

  • Yaaqoob 4:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ejjitoota* nana, addunyaatti michoomuun diina Waaqayyoo akka nama godhu hin beektanii? Kanaafuu, namni michuu addunyaa taʼuu barbaadu kam iyyuu diina Waaqayyoo of godha.+

  • Mulʼata 18:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Sagalee kan biraanis samii keessaa yommuu akkana jedhu nan dhagaʼe: “Yaa saba koo, cubbuu ishii irratti akka hin hirmaannee fi dhaʼichi ishiitti dhufu akka isin irra hin geenyeef+ ishii keessaa baʼaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi