Iyyoob 29:12, 13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Sababiin isaas, ani hiyyeessa gargaarsaaf iyyu,+Mucaa abbaa hin qabnee fi nama gargaaraa hin qabne kam iyyuu oolcheera.+ 13 Namni duʼuu jala gaʼe na eebbisa ture,+Dubartii abbaan manaa irraa duʼes garaa ishii nan gammachiisan ture.+ Isaayyaas 58:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Isa beelaʼeef nyaata kee akka qooddu,+Isa hiyyeessaa fi isa mana hin qabne mana keetti akka fiddu,Nama daare yommuu argitu akka daara baastu,+Fira keettis akka dugda hin garagalchine dha.
12 Sababiin isaas, ani hiyyeessa gargaarsaaf iyyu,+Mucaa abbaa hin qabnee fi nama gargaaraa hin qabne kam iyyuu oolcheera.+ 13 Namni duʼuu jala gaʼe na eebbisa ture,+Dubartii abbaan manaa irraa duʼes garaa ishii nan gammachiisan ture.+
7 Isa beelaʼeef nyaata kee akka qooddu,+Isa hiyyeessaa fi isa mana hin qabne mana keetti akka fiddu,Nama daare yommuu argitu akka daara baastu,+Fira keettis akka dugda hin garagalchine dha.