LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 14:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Waaqni kee Yihowaan wanta gootu hundumaa irratti akka si eebbisuuf,+ Leewwonni warri sii wajjin gaʼee n yookiin dhaalli isaaniif hin kennamne, namni biyya ormaa, daaʼimni abbaa hin qabnee* fi dubartiin abbaan manaa irraa duʼe warri magaalota kee keessa jiran dhufanii hamma quufanitti ni nyaatu.+

  • Keessa Deebii 27:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “‘Namni nama biyya ormaa, mucaa abbaa hin qabne* yookiin dubartii abbaan manaa irraa duʼe+ jalaa murtii jalʼisu abaaramaa haa taʼu.’+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)

  • Faarfannaa 68:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Waaqni inni iddoo jireenyaa isaa isa qulqulluu keessa jiru,+

      Ijoollee abbaa hin qabneef abbaa dha, dubartoota abbaan manaa irraa duʼeefis eegumsa godha.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi