Leewwota 19:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kana malees, wanta muka wayinii kee irratti hafe hin funaannatin yookiin firii wayinii muka wayinii kee irraa harcaʼe hin funaannatin. Hiyyeessaa* fi nama biyya ormaatiif isa dhiisi.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha. Keessa Deebii 24:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Obboloota kee keessaa tokkos taʼe nama biyya ormaa biyya keetti magaalota* kee keessa jiraatu, nama rakkataa fi hiyyeessa mindeeffamee hojjetu hin gowwoomsin.+ Faarfannaa 146:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan namoota biyya ormaa ni eega;Mucaa abbaa hin qabnee fi dubartii abbaan manaa irraa duʼe ni gargaara,+Karoora hamootaa garuu ni fashaleessa.*+
10 Kana malees, wanta muka wayinii kee irratti hafe hin funaannatin yookiin firii wayinii muka wayinii kee irraa harcaʼe hin funaannatin. Hiyyeessaa* fi nama biyya ormaatiif isa dhiisi.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.
14 “Obboloota kee keessaa tokkos taʼe nama biyya ormaa biyya keetti magaalota* kee keessa jiraatu, nama rakkataa fi hiyyeessa mindeeffamee hojjetu hin gowwoomsin.+
9 Yihowaan namoota biyya ormaa ni eega;Mucaa abbaa hin qabnee fi dubartii abbaan manaa irraa duʼe ni gargaara,+Karoora hamootaa garuu ni fashaleessa.*+