LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 25:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 “‘Obboleessi kee sitti dhihoo jiraatu tokko hiyyoomee yoo sitti of gurgure,+ hojii garbummaa akka siif hojjetu isa hin dirqisiisin.+

  • Leewwota 25:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Isa hin cunqursin;+ Waaqa kees sodaadhu.+

  • Fakkeenya 14:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Namni nama rakkataa gowwoomsu Uumaa isaa arrabsa,+

      Namni hiyyeessatti gara laafina argisiisu hundi garuu isaaf ulfina kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi