Leewwota 25:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Isin keessaa eenyu iyyuu nama kan biraa hin saamin;+ Waaqa keessan sodaadhaa;+ ani Waaqa keessan Yihowaa dha.+ Lallaba 12:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Xumurri wanta dhagaʼame hundumaa kana dha: Waaqa dhugaa sodaadhu,+ ajajawwan isaas eegi;+ kun guutummaa dirqama namaa ti.+
17 Isin keessaa eenyu iyyuu nama kan biraa hin saamin;+ Waaqa keessan sodaadhaa;+ ani Waaqa keessan Yihowaa dha.+
13 Xumurri wanta dhagaʼame hundumaa kana dha: Waaqa dhugaa sodaadhu,+ ajajawwan isaas eegi;+ kun guutummaa dirqama namaa ti.+