LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 34:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 “Firiiwwan biyyoo keetii warra jalqaba gaʼanii fi hunda irra caalan gara mana Waaqa kee Yihowaatti fidi.+

      “Ilmoo reʼee aannan haadha isaatiin hin affeelin.”+

  • Lakkoofsa 15:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Akkana jedhii Israaʼelotatti himi: ‘Gara biyya ani itti isin fidutti galtanii 19 nyaata biyyattii kam iyyuu yommuu nyaattan,+ Yihowaadhaaf buusii godhaa.

  • Keessa Deebii 26:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 oomisha* lafa biyya kee isa Waaqni kee Yihowaan siif kennu irraa walitti qabattu hundumaa keessaa firiiwwan jalqabaa muraasa fuudhii guubootti naqiitii gara bakka Waaqni kee Yihowaan maqaan isaa achi akka jiraatu filatu sanaa dhaqi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi