Lakkoofsa 18:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaan itti fufuudhaan Aaroniin akkana jedhe: “Buusii anaaf godhamu irratti si muudeera.+ Wantoota qulqulluu Israaʼelonni akka gaʼee dhaabbataa taʼetti kennan hundumaa irraa qooda tokko sii fi ilmaan keetiif kenneera.+ Lakkoofsa 18:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Zayitii fi daadhii wayinii haaraa hunda irra caalu hundumaa, akkasumas firii jalqabaa+ midhaan isaanii isa isaan Yihowaadhaaf kennan siif nan kenna.+ Keessa Deebii 26:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 oomisha* lafa biyya kee isa Waaqni kee Yihowaan siif kennu irraa walitti qabattu hundumaa keessaa firiiwwan jalqabaa muraasa fuudhii guubootti naqiitii gara bakka Waaqni kee Yihowaan maqaan isaa achi akka jiraatu filatu sanaa dhaqi.+ Fakkeenya 3:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Qabeenya kee isa gatii guddaa qabuun,+Oomisha* kee hundumaa keessaa firii isa jalqabaatiin*+ Yihowaadhaaf ulfina kenni;
8 Yihowaan itti fufuudhaan Aaroniin akkana jedhe: “Buusii anaaf godhamu irratti si muudeera.+ Wantoota qulqulluu Israaʼelonni akka gaʼee dhaabbataa taʼetti kennan hundumaa irraa qooda tokko sii fi ilmaan keetiif kenneera.+
12 “Zayitii fi daadhii wayinii haaraa hunda irra caalu hundumaa, akkasumas firii jalqabaa+ midhaan isaanii isa isaan Yihowaadhaaf kennan siif nan kenna.+
2 oomisha* lafa biyya kee isa Waaqni kee Yihowaan siif kennu irraa walitti qabattu hundumaa keessaa firiiwwan jalqabaa muraasa fuudhii guubootti naqiitii gara bakka Waaqni kee Yihowaan maqaan isaa achi akka jiraatu filatu sanaa dhaqi.+
9 Qabeenya kee isa gatii guddaa qabuun,+Oomisha* kee hundumaa keessaa firii isa jalqabaatiin*+ Yihowaadhaaf ulfina kenni;