LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 10:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Kana malees, firii jalqabaa midhaan+ daakamaa keenyaa, buusiiwwan keenya, firii mukaa+ akaakuu hundumaa, daadhii wayinii haaraa fi zayitii+ gara lubootaatti, gara kutaawwan mana kuusaa* mana Waaqa keenyaatti+ ni fidna; akkasumas Leewwonni warra magaalota qonnaa keenya hundumaa irraa kudhan keessaa tokko* fudhatan waan taʼaniif, oomisha lafa keenyaa irraa Leewwotaaf kudhan keessaa tokko ni kennina.+

  • Nahimiyaa 12:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Bara Zarubaabelii+ fi bara Nahimiyaatti, guutummaan Israaʼel hamma guyyaa guyyaadhaan isaan barbaachisu faarfattootaa+ fi karra eegdotaaf+ gaʼee isaanii ni kennu turan. Kana malees, isaan gaʼee Leewwotaaf+ taʼu adda ni baasan; Leewwonni immoo gaʼee sanyiiwwan Aaroniif taʼu adda ni baasan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi