Nahimiyaa 11:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Mootichi isaaniin ilaalchisee ajaja kennee ture;+ wanta guyyaa guyyaadhaan isaan barbaachisu akka argataniifis qophiin dhaabbataa taʼe faarfattootaaf godhamee ture.
23 Mootichi isaaniin ilaalchisee ajaja kennee ture;+ wanta guyyaa guyyaadhaan isaan barbaachisu akka argataniifis qophiin dhaabbataa taʼe faarfattootaaf godhamee ture.