-
Izraa 3:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Isaan akka Seera Musee+ isa nama Waaqa dhugaa taʼe sanaa keessatti barreeffametti, achi irratti aarsaawwan gubaman dhiheessuuf Yeshuwaan+ ilmi Yehozaadaaqii fi luboonni isaa wajjin tajaajilan, akkasumas Zarubaabel+ ilmi Saalaatiʼelii+ fi obboloonni isaa kaʼanii iddoo aarsaa Waaqa Israaʼel ni ijaaran.
-
-
Luqaas 3:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa