Lakkoofsa 18:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Ani Israaʼel keessatti tajaajila isaan raawwataniif, jechuunis tajaajila dunkaana qulqulluu keessatti raawwataniif harka kudhan keessaa harka tokko dhaalaan ilmaan Leewwiitiif akkan kenne+ hubadhu.
21 “Ani Israaʼel keessatti tajaajila isaan raawwataniif, jechuunis tajaajila dunkaana qulqulluu keessatti raawwataniif harka kudhan keessaa harka tokko dhaalaan ilmaan Leewwiitiif akkan kenne+ hubadhu.