LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 4:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Lubichis quba isaatiin dhiiga aarsaa cubbuutiif dhihaatu irraa muraasa fuudhee gaanfota iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu sanaa ni diba;+ dhiiga isaa isa hafe immoo iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu jalatti ni dhangalaasa.+

  • Leewwota 8:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Museenis isa qalee dhiiga+ isaa irraa quba isaatiin fuudhee gaanfota iddoo aarsaa kallattii hundumaatiin argaman sana ni dibe; iddoo aarsaa sanas cubbuu irraa ni qulqulleesse; dhiiga isa hafe garuu iddoo aarsaa jalatti dhangalaase; akka kanaan achi irratti araarri akka argamuuf iddoo aarsaa sana qulqulleesse.

  • Leewwota 9:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Aaronis yeruma sana gara iddoo aarsaatti dhihaatee jabbii aarsaa cubbuu isaatiif dhihaatu sana ni qale.+ 9 Ilmaan Aaronis dhiigicha gara isaatti fidan;+ innis quba isaa dhiiga sana keessa cuuphee gaanfota iddoo aarsaa dibe; dhiiga isa hafe immoo iddoo aarsaa jalatti dhangalaase.+

  • Ibroota 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Eeyyee, akka Seerichaatti wantoonni hundi dhiigaan qulqulleeffamu+ jechuun ni dandaʼama; dhiigni yoo dhangalaʼe malee dhiifamni cubbuu hin argamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi