LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 25:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Namni tokko kan isa furu qabaachuu baatus, sooromee wanta ittiin deebisee bitatu yoo argate, 27 gatii midhaanii isa waggoota yeroo laficha itti gurgure booda jiranitti argame shallaguudhaan, gatii jalqaba ittiin gurgure sana irraa hirʼisee nama itti gurgure sanaaf haa kaffalu. Achiis lafa isaatti deebiʼuu dandaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi