LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 20:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Wanta ol gubbaa samii keessa jiru yookiin gad lafa irra jiru yookiin lafa jala bishaan keessa jiru kam iyyuu fakkeessitee ofii keetiif fakkii bocame yookiin fakkii kan biraa hin tolfatin.+

  • Leewwota 19:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Gara waaqolii gatii hin qabnetti hin garagalinaa+ yookiin sibiila baqfame irraa ofii keessaniif waaqolii hin tolfatinaa.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.

  • Hojii Ergamootaa 17:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “Kanaafuu, nuti ijoollee* Waaqayyoo erga taanee,+ Waaqayyo warqii, meetii yookiin dhagaa ogummaa fi dandeettii namaatiin bocamee tolfame fakkaata jennee yaaduu hin qabnu.+

  • 1 Qorontos 8:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Nyaata waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate nyaachuu ilaalchisee, waaqoliin tolfamoon gatii akka hin qabnee+ fi Waaqa isa tokkicha malee kan biraan akka hin jirre beekna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi