-
Leewwota 1:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “‘Inni aarsaa gubamu kan dhiheessu bushaayee,+ jechuunis xobbaallaa* hoolaa yookiin reʼee keessaa yoo taʼe, kormaa mudaa hin qabne haa dhiheessu.+ 11 Horiin sunis iddoo aarsaa irraa kallattii kaabaatiin Yihowaa duratti haa qalamu; luboonni warri ilmaan Aaron taʼanis dhiiga isaa cinaa iddoo aarsaa sanaa hundumaa irratti haa facaasan.+
-