1 Seenaa Baraa 22:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kunoo, ati ilma+ tokko ni dhalchita; inni nama nagaa* ni taʼa; anis diinota isaa warra isatti marsanii jiran hunda irraa boqonnaa isaaf nan kenna;+ maqaan isaa Solomoon*+ ni jedhama; anis bara isaatti Israaʼeliif nagaa fi tasgabbii nan kenna.+ Faarfannaa 29:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yihowaan saba isaatiif jabina kenna.+ Yihowaan saba isaa nagaadhaan eebbisa.+ Haagee 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “‘Ulfinni mana kanaa inni gara fuulduraa isa duraa ni caala’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa. “‘Ani iddoo kanatti nagaa isiniif nan kenna’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.”
9 Kunoo, ati ilma+ tokko ni dhalchita; inni nama nagaa* ni taʼa; anis diinota isaa warra isatti marsanii jiran hunda irraa boqonnaa isaaf nan kenna;+ maqaan isaa Solomoon*+ ni jedhama; anis bara isaatti Israaʼeliif nagaa fi tasgabbii nan kenna.+
9 “‘Ulfinni mana kanaa inni gara fuulduraa isa duraa ni caala’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa. “‘Ani iddoo kanatti nagaa isiniif nan kenna’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.”