Hisqiʼel 5:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Beelaa fi bineensota bosonaa hamoo taʼan isinitti nan erga;+ isaanis ijoollee malee isin hambisu. Golfaanii fi dhiiga dhangalaasuun isin keessa ni guuta; anis goraadee isinitti nan fida.+ Ani Yihowaan dubbadheera.’”
17 Beelaa fi bineensota bosonaa hamoo taʼan isinitti nan erga;+ isaanis ijoollee malee isin hambisu. Golfaanii fi dhiiga dhangalaasuun isin keessa ni guuta; anis goraadee isinitti nan fida.+ Ani Yihowaan dubbadheera.’”