LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Bineensota bosonaa isin gidduutti nan erga;+ isaanis ijoollee malee isin hambisu;+ beeladoota keessan isin jalaa fixu; lakkoofsa keessan ni xiqqeessu; daandiiwwan keessanis ona ni taʼu.+

  • Keessa Deebii 32:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Isaan beela irraa kan kaʼe ni dadhabu;+

      Dhaqna gubaa cimaa taʼee fi badiisa hamaadhaan ni nyaatamu.+

      Ani ilkaan bineensotaa,

      Summii uumamawwan lafa irra loʼaniis isaanitti nan erga.+

  • Hisqiʼel 14:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Ani namas taʼe horii ishii keessa jiru balleessuuf,+ Yerusaalem irratti adaba koo arfan,*+ jechuunis goraadee, beela, bineensa bosonaa hamaa taʼee fi golfaa yommuun ergutti+ akkanuma ni taʼa.

  • Hisqiʼel 33:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “Akkana isaaniin jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha, warri diiggaawwan keessa jiran goraadeedhaan ni kufu; warra dirree keessa jiran bineensota bosonaatiif nyaata godhee nan kenna; warri dahoowwanii fi holqawwan keessa jiranis dhukkubaan ni duʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi