LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 5:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Beelaa fi bineensota bosonaa hamoo taʼan isinitti nan erga;+ isaanis ijoollee malee isin hambisu. Golfaanii fi dhiiga dhangalaasuun isin keessa ni guuta; anis goraadee isinitti nan fida.+ Ani Yihowaan dubbadheera.’”

  • Hisqiʼel 33:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “Akkana isaaniin jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha, warri diiggaawwan keessa jiran goraadeedhaan ni kufu; warra dirree keessa jiran bineensota bosonaatiif nyaata godhee nan kenna; warri dahoowwanii fi holqawwan keessa jiranis dhukkubaan ni duʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi