LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Bara Shaamgaar+ ilma Anaatitti,

      Bara Yaaʼelitti,+ daandiiwwan ona ni taʼan;

      Imaltoonnis daandiiwwan kaan irratti hafan.

  • Isaayyaas 33:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Daandiiwwan guguddoon dhiifamaniiru;

      Namni daandiiwwan irra deemu tokko illees hin jiru.

      Inni* kakuu cabseera;

      Magaalota dhiiseera;

      Nama duʼuufis ulfina hin kennu.+

  • Zakkaariyaas 7:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 ‘Ani saboota isaan sana dura hin beekne hundumaa gidduutti bubbee cimaadhaan isaan nan bittinneesse;+ biyyattiinis ona taate; namni ishii keessa darbus taʼe gara ishiitti deebiʼu hin jiru ture;+ sababiin isaas, isaan biyya bareedduu taate gara wanta sodaachisaatti jijjiiraniiru.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi