LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 1:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Dhiqadhaa, of qulqulleessaa;+

      Gochawwan hamminaa keessan na duraa balleessaa;

      Wanta hamaa raawwachuu keessan dhiisaa.+

  • Ermiyaas 2:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ani akkanumaanan ilmaan keessan rukute.+

      Isaan homaa adaba hin fudhanne;+

      Akkuma leenca riphee eeggatuutti

      Goraadeen keessan raajota keessan ni nyaate.+

  • Ermiyaas 5:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yaa Yihowaa, ijji kee amanamummaa arguu barbaada mitii ree?+

      Ati isaan ni rukutte, garuu kun isaan irratti jijjiirama hin fidne.*

      Ati isaan ni balleessite, isaan garuu adaba fudhachuu didan.+

      Fuula isaanii qarsaa caalaa cimaa godhan,+

      Deebiʼuus ni didan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi