-
2 Seenaa Baraa 28:20-22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Dhuma irrattis Tiglaat Pilneseer+ mootiin Asoor isa jajjabeessuu mannaa isatti duulee isa ni dhiphise.+ 21 Akaaz mana Yihowaa, mana mootichaa+ fi manneen bulchitootaa saamee mootii Asooriif kennaa ni kenne; haa taʼu malee, kun gargaarsa isaaf hin argamsiisne. 22 Akaaz Mootichi yeroo dhiphatetti, caalaatti Yihowaa irratti gocha gantummaa raawwate.
-
-
Isaayyaas 9:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Sababiin isaas, sabichi gara isa isaan rukutetti hin deebine,
Yihowaa Gooftaa Raayyaa hin barbaaddanne.+
-