LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 18:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kanaafuu, Hisqiyaas meetii mana Yihowaa keessatti argamuu fi manneen qabeenyaa mana mootichaa keessatti argamu hunda isaaf ni kenne.+ 16 Yeroo kanatti Hisqiyaas balbaloota mana qulqullummaa+ Yihowaa fi maqaaniiwwan Hisqiyaas mootiin Yihudaa ofuma isaatii uwwise*+ buqqisee* mootii Asooriif ni kenne.

  • 2 Seenaa Baraa 12:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kanaafuu, Shishaaq mootiin Gibxii Yerusaalemiin waraanuuf ni dhufe. Innis qabeenya mana Yihowaa+ fi qabeenya mana mootichaa ni fudhate. Inni gaachanoota warqii Solomoon hojjete dabalatee wanta hundumaa ni fudhate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi