LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 12:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yeroo kanatti Yoʼaas mootiin Yihudaa kennaawwan qulqulluu warra abbootiin isaa Yoshaafaax, Yooraamii fi Akaaziyaan warri mootota Yihudaa turan qulqulleessanii turan hunda, akkasumas kennaawwan qulqulluu ofii isaa, warqii manneen qabeenyaa mana Yihowaa fi mana mootichaa keessatti argame hunda fudhatee Hazaaʼel mootii Sooriyaatiif ni erge.+ Kanaafuu, Hazaaʼel Yerusaalemiin waraanuu dhiisee deebiʼe.

  • 2 Mootota 16:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis Akaaz meetii fi warqii isa mana Yihowaa fi manneen qabeenyaa mana mootichaa keessa jiru fuudhee mootii Asooriif mattaʼaa erge.+

  • 2 Seenaa Baraa 16:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo kanatti Aasaan manneen qabeenyaa mana Yihowaa fi mana mootichaa keessaa meetii fi warqii fuudhee+ Benhadaad isa mootii Sooriyaa+ taʼee fi Damaasqoo keessa jiraachaa tureef ni erge; akkana isaan jedhe: 3 “Anaa fi si gidduu, abbaa koo fi abbaa kee gidduus walii galteen* jira. Ani meetii fi warqii siif ergeera. Inni ana irraa akka deebiʼuuf, kottuutii walii galtee* Baʼaashaa mootii Israaʼelii wajjin goote diigi.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi