-
1 Mootota 15:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yeroo kanatti Aasaan meetii fi warqii manneen qabeenyaa mana Yihowaa fi manneen qabeenyaa mana mootichaa keessatti hafe hunda fuudhee tajaajiltoota isaatti kenne. Achiis Aasaan Mootichi tajaajiltoota isaa kana gara Benhadaad ilma Taabrimoon, ilma Heziyoon isa mootii Sooriyaa+ taʼee fi Damaasqoo keessa jiraachaa turetti ni erge; akkana isaan jedhe:
-
-
2 Mootota 16:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Achiis Akaaz meetii fi warqii isa mana Yihowaa fi manneen qabeenyaa mana mootichaa keessa jiru fuudhee mootii Asooriif mattaʼaa erge.+
-
-
2 Mootota 18:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Kanaafuu, Hisqiyaas meetii mana Yihowaa keessatti argamuu fi manneen qabeenyaa mana mootichaa keessatti argamu hunda isaaf ni kenne.+
-