LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 9:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Inni tokko karaa mirgaatiin ni mura,

      Garuu amma iyyuu ni beelaʼa;

      Inni tokkos karaa bitaatiin ni nyaata,

      Garuu hin quufu.

      Tokkoon tokkoon namaa foon irree isaa ni nyaata,

  • Miikiyaas 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ati ni nyaatta, garuu hin quuftu;

      Keessi kee duwwaa ni taʼa.+

      Wanta fudhattu eeggattee turfachuu hin dandeessu,

      Wanta ati eeggattee turfatte immoo goraadeetti dabarsee nan kenna.

  • Haagee 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Sanyii hedduu facaafattan, garuu muraasa galfattu.+ Ni nyaattu, garuu hin quuftan. Ni dhugdu, garuu dheebuu hin baatan. Ni uffattu, garuu namni itti hoʼu hin jiru. Namni mindeeffamee hojjetu mindaa isaa korojoo uraa baayʼee qabu keessa kaaʼata.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi