Keessa Deebii 28:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yihowaan daranyoo sombaatiin, dhaqna gubaa cimaadhaan,+ madaadhaan, hoʼa cimaadhaan, goraadeedhaan,+ bubbee waxaluu fi waagiidhaan+ si rukuta; wantoonni kunis hamma ati baddutti si biraa hin deebiʼan.
22 Yihowaan daranyoo sombaatiin, dhaqna gubaa cimaadhaan,+ madaadhaan, hoʼa cimaadhaan, goraadeedhaan,+ bubbee waxaluu fi waagiidhaan+ si rukuta; wantoonni kunis hamma ati baddutti si biraa hin deebiʼan.