LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 13:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis ajaja Yihowaatiin iddoo aarsaa sana mormee akkana jedhee iyye: “Yaa iddoo aarsaa nana! Yaa iddoo aarsaa nana! Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ilmi Yosiyaas+ jedhamu tokko mana Daawitiif ni dhalata! Inni luboota iddoowwan ol kaʼoo warra si irratti aarsaa aarfamu dhiheessan si irratti aarsaa godhee ni dhiheessa; lafee namootaas si irratti ni guba.’”+

  • 2 Mootota 23:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis luboota hunda magaalota Yihudaa keessaa ni baase; Geebaadhaa+ hamma Ber Sheebaatti+ iddoowwan ol kaʼoo luboonni aarsaa aarfamu itti dhiheessan ni salphise. Kana malees, inni iddoowwan ol kaʼoo karrawwanii warra balbala karra Iyyaasuu isa ajajaa magaalattii taʼe bira jiranii fi yommuu namni tokko karra magaalattiitti seenu gara bitaatiin argaman ni diige.

  • 2 Mootota 23:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Kanaafuu, inni luboota iddoowwan ol kaʼoo warra achi turan hundumaa iddoowwan aarsaa sana irratti aarsaa godhe; lafee namootaas isaan irratti ni gube.+ Sana booda gara Yerusaalemitti deebiʼe.

  • Hisqiʼel 6:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Reeffa namoota Israaʼel waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo taʼan duratti nan gata; lafeewwan keessanis iddoowwan aarsaa keessanitti marsee nan bittinneessa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi