Keessa Deebii 28:65 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 65 Saboota sana gidduutti nagaa hin argattu;+ bakka faanni miila keetii itti boqotu illee hin argattu. Kanaa mannaa, Yihowaan achitti garaa yaaddaʼu,+ ija dadhabuu fi garaa abdii kutatu siif kenna.+
65 Saboota sana gidduutti nagaa hin argattu;+ bakka faanni miila keetii itti boqotu illee hin argattu. Kanaa mannaa, Yihowaan achitti garaa yaaddaʼu,+ ija dadhabuu fi garaa abdii kutatu siif kenna.+