- 
	                        
            
            Hisqiʼel 36:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
31 Sana booda daandiiwwan keessan warra hamoo taʼanii fi gochawwan keessan warra gaarii hin taane sana ni yaadattu; yakka keessanii fi gochawwan keessan warra jibbisiisoo taʼaniin kan kaʼes of jibbitu.+
 
 -