LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 12:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Akkana jedhii Israaʼelotatti himi: ‘Dubartiin takka ulfooftee dhiira yoo deesse, akkuma xuraaʼummaa yeroo laguu irra jirtuutti guyyaa torbaaf kan xuroofte ni taati.+

  • Leewwota 13:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Lubichis madaa gogaa isaa irra jiru sana ni qora. Rifeensi madaa sana irra jiru yoo addaatee fi madaan sun gogaa sana darbee kan gad seene yoo taʼe, kun dhukkuba nadaayii ti. Lubichi madaa sana erga qoree booda namichi xuraaʼaa akka taʼe ni labsa.

  • Leewwota 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Namni kun dhangalaʼaa sanaan kan kaʼe xuraaʼaa dha; dhangalaʼaan kun qaama hormaataa isaa keessaa yaaʼuu isaa yoo itti fufes taʼe qaama hormaataa isaa yoo cufe inni xuraaʼaa dha.

  • Lakkoofsa 19:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Namni reeffa namaa kam iyyuu* tuqu hundi guyyaa torbaaf xuraaʼaa ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi