Maatewos 5:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 “Kana malees, namoota bara duriitti jiraataniin, ‘Wareega Yihowaadhaaf* wareegde raawwadhu+ malee akkasumaan hin kakatin’+ akka jedhame dhageessaniittu.
33 “Kana malees, namoota bara duriitti jiraataniin, ‘Wareega Yihowaadhaaf* wareegde raawwadhu+ malee akkasumaan hin kakatin’+ akka jedhame dhageessaniittu.