-
Leewwota 27:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Horiin sun xuraaʼaa+ taʼuu isaatiin kan kaʼe Yihowaadhaaf aarsaa taʼee dhihaachuu hin dandaʼu yoo taʼe, inni horii sana lubicha dura ni dhaabbachiisa. 12 Sana booda lubichi horiin sun gaariis taʼe badaa gatii isaa ni shallaga. Gatiin lubichi shallage sunis gatii horii sanaa ni taʼa.
-
-
Leewwota 27:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Maasicha qulqulluu godhee kan kenne waggaa Iyyobeeliyyuu booda yoo taʼe, lubichi waggoota hamma waggaa Iyyobeeliyyuu itti aanuutti jiran tilmaama keessa galchee gatii isaa isaaf ni shallaga; gatiin isaas wanta shallagame sana irraa haa hirʼifamu.+
-