LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 7:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “‘Seerri aarsaa yakkaa+ kana dha: Inni hundumaa caalaa qulqulluu dha.

  • Leewwota 14:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Seerri namni dhukkuba nadaayiitiin qabame tokko qulqullaaʼuu isaa mirkaneessuuf guyyaa gara lubichaatti geeffamutti hordofamuu qabu kana dha.+

  • Leewwota 14:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Lubichi xobbaallaa hoolaa isa tokko fuudhee zayitii safartuu loogii sanaa wajjin aarsaa gubamu godhee ni dhiheessa;+ asii fi achi isaan sochoosuudhaanis Yihowaa duratti aarsaa sochoofamu godhee dhiheessa.+

  • Leewwota 19:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Namni tokko dubartii takkaa wajjin ciisee ishii wajjin saalqunnamtii yoo raawwate, ishiinis tajaajiltuu nama kan biraatiif kaadhimatamte taatus, kan hin furamne yookiin bilisa kan hin baane yoo taate, isaan ni adabamu. Haa taʼu malee, ishiin yeroo kanatti bilisa waan hin baaneef, isaan ajjeefamuu hin qaban. 21 Namichi aarsaa yakkaa isaa, jechuunis korbeessa hoolaa aarsaa yakkaatiif taʼu tokko gara balbala dunkaana walgaʼichaatti gara Yihowaatti haa fidu.+

  • Lakkoofsa 6:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Inni ammas guyyoota Yihowaadhaaf Naazricha taʼee itti jiraatuuf adda of baasa; xobbaallaa* hoolaa gara waggaa tokkoo taʼes aarsaa yakkaatiif ni fida. Haa taʼu malee, Naazrummaa isaa waan xureesseef guyyoonni sana dura turan hin lakkaaʼaman.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi