6 Akkuma gatii shallagametti bushaayee isaa keessaa korbeessa hoolaa mudaa hin qabne tokko aarsaa yakkaa Yihowaadhaaf dhihaatu godhee gara lubichaatti haa fidu.+ 7 Lubichis Yihowaa duratti araara isaaf ni argamsiisa; wanti yakkamaa isa godhe kam iyyuu akka isaaf dhiifamus ni godha.”+