- 
	                        
            
            Leewwota 5:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 “Namni* tokko utuu itti hin yaadin wantoota qulqulluu warra kan Yihowaa taʼan irratti cubbuu hojjechuudhaan amanamaa utuu hin taʼin yoo hafe,+ bushaayee isaa keessaa korbeessa hoolaa mudaa hin qabne aarsaa yakkaaf dhihaatu godhee Yihowaadhaaf haa fidu;+ gatiin isaa akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe* sanaatti meetii sheeqiliitiin* haa shallagamu.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Leewwota 7:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 “‘Seerri aarsaa yakkaa+ kana dha: Inni hundumaa caalaa qulqulluu dha.
 
 -