-
Leewwota 10:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “Inni hundumaa caalaa qulqulluu waan taʼeef, akkasumas balleessaa yaaʼichaa akka irraa kaastanii fi Yihowaa duratti araara akka isaaniif argamsiistaniif kan isiniif kenname waan taʼeef, isin aarsaa cubbuu sana iddoo qulqulluu keessatti nyaachuu kan dhiistan maaliifi?+ 18 Kunoo, dhiigni isaa gara iddoo qulqulluutti hin galfamne.+ Akkuman ajajametti isin dhugumaan iddoo qulqulluu keessatti isa nyaachuu qabdu turtan.”
-