-
Leewwota 1:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Harka isaas mataa horii aarsaa gubamu taʼee dhihaatu sanaa irra haa kaaʼu; aarsaan sunis akka araara isaaf argamsiisutti namichaaf fudhatama ni argata.
5 “‘Achiis jibichi sun Yihowaa duratti haa qalamu; ilmaan Aaron warri luboota+ taʼanis dhiiga isaa fidanii cinaa iddoo aarsaa isa karra dunkaana walgaʼiitti argamu hundumaa irratti ni facaasu.+
-