-
Baʼuu 29:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 “Wantoonni iddoo aarsaa irratti dhiheessitu kanneen kana dha: utuu wal irraa hin kutin guyyaa guyyaadhaan xobbaallaa hoolaa waggaa tokko taʼan lama ni dhiheessita.+
-
-
Leewwota 6:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “Akkana jedhiitii Aaronii fi ilmaan isaa ajaji: ‘Seerri aarsaa gubamuu kana dha:+ Aarsaan gubamu halkan guutuu iddoo aarsaa irratti hamma ganamaatti bakka ibiddi itti bobaʼu irra ni tura; ibiddichis iddoo aarsaa irratti bobaʼuu isaa ittuma fufa.
-
-
Hisqiʼel 46:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Isaan aarsaa guutummaatti gubamuu fi yeroo hundumaa dhihaatuuf, yeroo hunda ganama ganama xobbaallaa hoolaa kormaa, aarsaa midhaanii fi zayitii sana qopheessuu qabu.’
-