Baʼuu 6:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Maqaan ilmaan Leewwii+ akka hidda dhalootaa maatii isaaniitti kana dha: Geershon, Qehaatii fi Meraarii.+ Barri jireenyaa Leewwii waggaa 137 ture. Lakkoofsa 26:57 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 57 Leewwota keessaa akka maatii maatii isaaniitti kan galmeeffaman kanneen kana turan:+ Geershon keessaa maatii Geershonotaa, Qehaat+ keessaa maatii Qehaatotaa, akkasumas Meraarii keessaa maatii Meraarotaa. 1 Seenaa Baraa 23:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Achiis Daawit ilmaan Leewwii, jechuunis garee Geershon, garee Qehaatii fi garee Meraariitiin+ isaan gurmeesse.*+
16 Maqaan ilmaan Leewwii+ akka hidda dhalootaa maatii isaaniitti kana dha: Geershon, Qehaatii fi Meraarii.+ Barri jireenyaa Leewwii waggaa 137 ture.
57 Leewwota keessaa akka maatii maatii isaaniitti kan galmeeffaman kanneen kana turan:+ Geershon keessaa maatii Geershonotaa, Qehaat+ keessaa maatii Qehaatotaa, akkasumas Meraarii keessaa maatii Meraarotaa.
6 Achiis Daawit ilmaan Leewwii, jechuunis garee Geershon, garee Qehaatii fi garee Meraariitiin+ isaan gurmeesse.*+