Leewwota 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “‘Bukoo raacitii qabu yookiin damma aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu gootanii aarsuu waan hin qabneef, aarsaan midhaanii Yihowaadhaaf dhiheessitan kam iyyuu raacitii qabaachuu hin qabu.+
11 “‘Bukoo raacitii qabu yookiin damma aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu gootanii aarsuu waan hin qabneef, aarsaan midhaanii Yihowaadhaaf dhiheessitan kam iyyuu raacitii qabaachuu hin qabu.+