Lakkoofsa 15:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “‘Haa taʼu malee, horii kee keessaa jibicha tokko aarsaa gubamu+ yookiin aarsaa wareega addaa+ raawwachuuf dhihaatu yookiin aarsaa gamtaa gootee Yihowaadhaaf kan dhiheessitu+ yoo taʼe, Lakkoofsa 15:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kana malees, daadhii wayinii walakkaa hiinii tokkoo aarsaa dhugaatii+ ibiddaan dhihaatuu fi urgaan isaa Yihowaa gammachiisu* gootee ni dhiheessita.
8 “‘Haa taʼu malee, horii kee keessaa jibicha tokko aarsaa gubamu+ yookiin aarsaa wareega addaa+ raawwachuuf dhihaatu yookiin aarsaa gamtaa gootee Yihowaadhaaf kan dhiheessitu+ yoo taʼe,
10 Kana malees, daadhii wayinii walakkaa hiinii tokkoo aarsaa dhugaatii+ ibiddaan dhihaatuu fi urgaan isaa Yihowaa gammachiisu* gootee ni dhiheessita.