Leewwota 7:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “‘Aarsaan inni dhiheessu wareega+ yookiin kennaa fedhiidhaan kennamu yoo taʼe,+ aarsaan sun guyyaa inni aarsaa isaa itti dhiheessutti haa nyaatamu; wanti isa irraa hafes guyyaa itti aanutti nyaatamuu dandaʼa.
16 “‘Aarsaan inni dhiheessu wareega+ yookiin kennaa fedhiidhaan kennamu yoo taʼe,+ aarsaan sun guyyaa inni aarsaa isaa itti dhiheessutti haa nyaatamu; wanti isa irraa hafes guyyaa itti aanutti nyaatamuu dandaʼa.